top of page
1. Aadaa guddinaa fi qaroomina Oromoof gufuu ta’an barnootaan sirreessa.
2. Muuziqaa, artii fi hogg-barruu kan aadaa Oromoo hin faallessine fi ummataan fudhatama qaban babal’isa.
3. Aadaa Oromoo keessaa kan dimookraatummaa jabeessan qorachuu fi akka qaroomina baranee wajjin walfudhatu godha.
bottom of page