top of page

ABO/WBO jaarmayaa siyaasaa kan bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa dhugoomsuuf sagantaa siyaasaa kora sabaa 4ffaa irratti maxxanfatee ittiin masakamaa jiru dha. ABO/WBOn toftaaleee fi tarsiimowwan sagantaa siyaasaa ABO ittin fiixa baasu kan Siyaasaa, Waraanaa, Diplomacy, Aadaa, Dinagdee, Fincila uummataa hunda itti dhimma baha. Waraanni bilisummaa Oromoos irree fi gaachana saba kanaa ta'uu dhugeeffata. 

asxaa_oromo.jpg